Loading...

Download
  • Genre:Holiday
  • Year of Release:2019

Lyrics

Nagaa Siin Argadhe ft. Abigiya, Dawit Boru, Dika W & Tiru W - Temesgen Diba

...

Si irraa argannaa nagaa laftii hin qabnee

Si irraa argannaa nagaa darree hin qabnee

Si irraa argannaa nagaa shakkii hin qabnee

Si irraa argannaa nagaa muumee hin qabnee


Ohoo ati addaa ati addaa

Ati naaf addaa

Ohoo ati addaa ati addaa

Ati naaf addaa


Jaalqabaa fi dhuma ka hin qabnee

Si malee hin arginee hardhaalle

Dabarte jiraata yoomillee

Si qabuu hin dandeettu dootilleen

Jaalqabaa fi dhuma ka hin qabnee

Si malee hin arginee hardhaalle

Dabarte jiraata yoomillee

Si qabuu hin dandeettu dootilleen

Ati nagaa kiyya

Jireenyaa kiyyaa

Boqonna kiyyaa

Iyesuus foorfanna kiyyaa

Ati nagaa kiyya

Jireenyaa kiyyaa

Boqonna kiyyaa

Iyesuus foorfanna kiyyaa

Nagaa nagaa nagaa siin argadhee

Kan lafti hin keninee ani sirratti boqodhee

Nagaa nagaa nagaa siin argadhee

Kan lafti hin keninee ani sirratti boqodhee


Dansaa akka kankee anin hin argarree

Arjaa akka kankee anin hin dhageenne

Dansaa akka kankee anin hin agarree

Balchaa akka kankee anin hin dhageennee

Ati dansaa jedhe irra deebi'ee

Balchaadha jedha irra deddeebi'ee

Ati dansa jedhe irra deebi'ee

Balchaadha jedha irra deddeebi'ee

Ati dansa jedhe irra deebi'ee

Balchaadha jedha irra deddeebi'ee

Ati dansa jedhe irra deebi'ee

Balchaadha jedha irra deddeebi'ee


Ati nagaa kiyya

Jireenyaa kiyyaa

Boqonna kiyyaa

Iyesuus foorfanna kiyyaa

Ati nagaa kiyya

Jireenyaa kiyyaa

Boqonna kiyyaa

Iyesuus foorfanna kiyyaa

Naga nagaa nagaa siin argadhee

Kan lafti hin keninee ani sirratti boqodhee

Naga nagaa nagaa siin argadhee

Kan lafti hin keninee ani sirratti boqodhee

+

      -   or   -

      -   or   -

      NG +234

          Please Select A Playlist

          Add New Playlist

          Share on

          Embed: Love & Light EP

          Custom Size :

          • Default
          • Desktop(300*600)
          • Mobile(300*250)

          Type :

          • HTML/HTML5 (WordPress Supported)
          Get Boomplay Premium
          for
          Payment Method
          Pay With
            Review and pay
            Order Date
            Payment Method
            Due Today
            Flutterwave
              Subscription Successful

              Congratulations! You have successfully activated Boomplay 1 Month Premium.

              Now you have access to all the features of Boomplay App.
              Payment Failed

              Please check your balance and then try again.

              You'll lose your subscription if we don't have a working payment method for your account, so please check your payment details.
              Need help? Contact Boomplay Subscription Support.
              Payment Processing...
              10 s

              Payment is being processed by . Please wait while the order is being comfirmed.

              Payment Processing
              Your order is processing, and it may take up to a few days for the service provider to handle your payment. Please kindly stay tuned and check your order status in ‘User Center’.
              About Order Status