Loading...

Download
  • Genre:Hip Hop & Rap
  • Year of Release:2022

Lyrics

I See The Light ft. Young Azaziel - Robi i

...

halkan guutuu irriba dhabee ituun yaadu

yeroo yeroon yerookoo ituun ilaalu

takka gara mirgaa takka gara bitaa ituun galagalu

takka muziqaadhaan takka callisuudhaan ituun rafuu yaalu

waan sammuukootti dhufu didee rafuu

takka gara bahaa takka gara lixaa ituman imaluu

yaada bayyee

gaabbii bayyee

ganuu bayyee

mataa dhukkubbiinkoo natti ka'e

ano du'e ituun jedhuuuuu


iifan argee iifan argee iifan argee naaf bari'e

iifan argee iifan argee iifan argee naaf bari'e


Halkanichi darbeeraa kuno naaf bari'eeraa

duukkanichi darbeeraa kuno naafoo ifeeraa

yeroonkoos ga'eeraa har'i kankoo ta'eeraa

yeroonkoos dhufeeraa guyyaan kankoos ga'eeraa

Isa darbe dhiiseetan fiiguu egalee gad of qabu dhiiseetan hojii jalqabe

bar fiiguu egaleeraa

abjukootti dhiyaadheeraa

ofiikoof murteesseeraa

murtoo koonis ifa argeeraa


iifan argee iifan argee iifan argee naaf bari'e

iifan argee iifan argee iifan argee naaf bari'e

Similar Songs

+

      -   or   -

      -   or   -

      NG +234

          Please Select A Playlist

          Add New Playlist

          Share on

          Embed: Love & Light EP

          Custom Size :

          • Default
          • Desktop(300*600)
          • Mobile(300*250)

          Type :

          • HTML/HTML5 (WordPress Supported)
          Get Boomplay Premium
          for
          Payment Method
          Pay With
            Review and pay
            Order Date
            Payment Method
            Due Today
            Flutterwave
              Subscription Successful

              Congratulations! You have successfully activated Boomplay 1 Month Premium.

              Now you have access to all the features of Boomplay App.
              Payment Failed

              Please check your balance and then try again.

              You'll lose your subscription if we don't have a working payment method for your account, so please check your payment details.
              Need help? Contact Boomplay Subscription Support.
              Payment Processing...
              10 s

              Payment is being processed by . Please wait while the order is being comfirmed.

              Payment Processing
              Your order is processing, and it may take up to a few days for the service provider to handle your payment. Please kindly stay tuned and check your order status in ‘User Center’.
              About Order Status